Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 12:45 - WAADAA LAMMATAA

45 Achiin maayessa ayyaanni hamaan sun deemee jinnoota biraa ka isa caalaa hamaa ta'an torban qabatee deebi'ee itti gale. Haalli nama saniillee ka duraa caalaa badooma. Dhaloota hamaa kanniiniifillee akkasuma ta'a» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

45 Kanaan duubatti, hafuurri battiin deemeeti isaan irra worra hammaatan, kaanniin jinniiwwan torbaa qabatee ni dhufa. Isaan'llee gara duraan mana jinni'ii ture gara onnee namaa titti aseenanii, achi woliin ni jiraatan. Kanaaf haalli nama kanaa ka maa'ii ka jalqabaa irra, ka hammaate ni ta'a. Dhaloota hamaa kana irratti'llee ka ta'u, waanuma kana fakkaate.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

45 Achiin maayessa ayyaanni hamaan sun deemee jinniiwwan biraa ka isa caalaa hamaa ta'an torban qabatee deebi'ee itti gale. Haalli nama saniillee ka duraa caalaa badooma. Dhaloota hamaa kanniiniifillee akkasuma ta'a.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 12:45
23 Referans Kwoze  

Achiin maayessa ayyaanni hamaan sun deemeeti worra isa irra hamaa ta'an ayyaanota hamoota biraa torba ka isa caalaa hamaa ta'an qabatee deebi'ee itti gala. Haalli nama saniillee ka duraa caalaa badooma.


Yesuus, «Maqaan kee eennu?» jedhee isa gaafate. Inni, «Nu heddu waan taaneef maqaan kiyya duula» jedhee isaa deebise.


Yesuus jalqaba torbaanii, [guyyaa Sambata gudda'aa] ganama barii hennaa du'aa ka'e, dura Maariyaamii qachaa Magidala'aa, ta inni ayyaanota hamoota torba keessaa baaseetti mudhate.


Nu ammoo worra lubbuu ufii hanbisu'uuf amane malee, worra gara duubaatitti deebi'ee baduu miti.


Isin bulchoota balloota! Isin waan dhuddan keessaa bookee hin dhimbiibdan, gaala ammo hin liqimsitan.


Worri Fariisootaa ammoo hennaa kana dhagayan, «Inni hunna mootii jinni'ii ka Bi'eelzeebul jedhamu calla'aan malee jinniiwwan hin baasu» jedhan.


Wondhaansi keenna dhiigaa fi foon woliin waan hin taaneef, bulchoota, worra baallii qaban, bulchoota abbaa dukkanaa ka adunyaa tanaa, worra samii keessa jiran loltoota ayyaana hammeeyyi'ii woliin.


Isin barsiisoota Seera Muuse'eetii fi Fariisoota fakkeessitoota! Isin aanne'e! Nama tokko amantii Yihuudotaa fudhachiisu'uuf galaanaa fi lafa irra asii fi achi deddeemtan, isin nama fudhate san dachaa lama isin caalaa ilma asaabaa waan isa gootaniif isin aanne'e!


Achiin maayii, ‹Ani gara mana kiyya ka keessaa bayeetitti hin deebi'a› jedha. Hennaa deebi'u mana duwwaa ta'ee haxaayamee bareedee qophaaye arga.


Jinniin akkanaa kun kadha'aa fi soomaan malee hin bayu» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite