Wongeela Maatewos 12:44 - WAADAA LAMMATAA44 Achiin maayii, ‹Ani gara mana kiyya ka keessaa bayeetitti hin deebi'a› jedha. Hennaa deebi'u mana duwwaa ta'ee haxaayamee bareedee qophaaye arga. Gade chapit laWaadaa Haarawa44 kanaaf ‹gara mana keessaa bayee deebi'ee haa deemuu› jedha. Deebi'ee yoo dhufutti'llee, manni duwwaa ta'ee, qulqullaayee, qophaayee ni argata. Gade chapit laKitaaba Woyyuu44 Achiin maayii, ‹Ani gara mana kiyya ka keessaa bayeetitti deebi'a› jedha. Hennaa deebi'u mana duwwaa ta'ee haxaayamee bareedee qophaaye arga. Gade chapit la |