Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 12:43 - WAADAA LAMMATAA

43 Yesuus ayyaanni badaan nama keessaa hennaa bayu hulee itti harabaafatu barbaadu'uuf lafa gammoojji'ii keessa deema. Garuu womaa hin argatu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

43 Itti aanssee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Hafuurri battiin nama keessaa yeroo bayetti, bakkee itti boqatu barbaadu'uun bakka bishaan hin jirre, bakkee gogeettii keessa ni naannaya. Garuu hin arigatu,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

43 Yesuus ammallee akkana jedhe, «Hennaa ayyaanni hamaan nama keessaa bayu hulee itti hara baafatu barbaadu'uuf lafa gammoojji'ii keessa deema. Garuu womaa hin argatu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 12:43
14 Referans Kwoze  

Isaanillee, «Yesuus, Ilma Rabbii, maal nu irraa qabda? hennaan uduu hin geenne nu rakkisu'uuf dhuftee?» jedha'aa iyyan.


Diinni keessan daabiloos akka Leenca waan nyaatu soqa'aa asii achi naannaya'aa aaduu waan ta'eef, hagatti jiraadhaa'a, dammaqaa'a.


Simoonillee akkasuma amanee cuuphamee Filiphosiin wol ta'e. Hennaa malkataa fi maalaleen guddaan ta'e argee ajaa'ibsiifate.


Achiin maayii, ‹Ani gara mana kiyya ka keessaa bayeetitti hin deebi'a› jedha. Hennaa deebi'u mana duwwaa ta'ee haxaayamee bareedee qophaaye arga.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite