Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 12:42 - WAADAA LAMMATAA

42 Mootittiin Azeeb guyyaa murti'ii san dhaloota kanniin woliin kaatee itti murteessiti. Ogummaa Solomoonii dhagayu'uuf daangaa lafaatii kaatee waan dhufteef, Kunoo ka Solomooniin caalu as jira.»

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

42 Mootittiin kibbaa ogummaa Solomoonii dhagayu'uuf daangaa biyya lafaatii waan dhuftteef, guyyaa murti'ii titti dhaloota bara kanaa woliin kaatee isa irratti ni murteessit, amma garuu ka Solomooniin caalu asi ni jira.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

42 Mootittiin Azeeb guyyaa murti'ii san dhaloota kanniin woliin kaatee itti murteessiti. Ogummaa Solomoonii dhagayu'uuf daangaa lafaatii kaatee waan dhufteef kunoo ka Solomooniin caalu as jira.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 12:42
22 Referans Kwoze  

Jechi nama ta'e; Inni badhaadha, Ayyaanaa fi dhuga'aan guuttamee nu keessa bule. Nu'u ulfinna Ilmi tokkichi Abbaa ufii biraa qabuutitti, ulfinna isaa argine.


Uduma inni kana dubbata'aaru, duumessi ifaa isaan golge. Duumeessa san keessaan laagaan, «Ilmi kiyya ka ani itti gammaduu fi jaaladhu kanaa, isa dhagayaa'a» jedhu dhufe.


Yoomillee yoo ta'e ka Rabbiin arge tokkollee hin jiru. Ilma isaa tokkicha Abbaa bira jirutu kana ibse.


Laagaan samii irraa, «Kun Ilma kiyya jaalatamaa Ani itti gammadu» jedhe.


Worri Nanawwe'ee guyyaa murti'ii san dhaloota kanniin woliin ka'anii isaanitti murteessan. Sababa lallaba Yoonaasiitiin aagii waan galaniif, Kunoo, ka Yoonaasiin caalu as jira!


Haata'uu ammo ani isinitti hima, ka mana woyyuu caalu asi jira.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite