Wongeela Maatewos 12:41 - WAADAA LAMMATAA41 Worri Nanawwe'ee guyyaa murti'ii san dhaloota kanniin woliin ka'anii isaanitti murteessan. Sababa lallaba Yoonaasiitiin aagii waan galaniif, Kunoo, ka Yoonaasiin caalu as jira! Gade chapit laWaadaa Haarawa41 Namoonni magaalaa Naanayee guyyaa murti'ii titti dhaloota bara kanaan woliin ka'anii isa irratti ni murteessan, namoonni Naanayee lallaba Yohaannisii yeroo dhagayanitti, cubbuu isaaniitiin gaddanii, dhiifamaan gara Waaqaa titti deebi'anii jiraniitii. Amma garuu ka Yoonnaasiin caalu asi ni jira. Gade chapit laKitaaba Woyyuu41 Worri Nanawwe'ee guyyaa murti'ii san dhaloota kanniin woliin ka'anii isaanitti murteessan. Sababa lallaba Yoonaasiitiin waan aagii galaniif, Kunoo! ka Yoonaasiin caalu as jira! Gade chapit la |