Wongeela Maatewos 12:40 - WAADAA LAMMATAA40 Akkuma Yoonaasiin raattichi halkan sadihii fi guyyaa sadihii garaa qurxummii guddichaa keessa ture; maarre Ilmi Namaa halkan sadihii fi guyyaa sadihii garaa lafaa keessa tura. Gade chapit laWaadaa Haarawa40 Yoonaas garaa qurxummii guddichaa keessa guyyaa saadihii fi halkan sadihi akkuma bule, akkuma kana Ilmi Namaa'llee awwaala keessa guyyaa sadihi fi halkan sadihi ni bula. Gade chapit laKitaaba Woyyuu40 Akkuma Yoonaasiin raattichi halkan sadihii fi guyyaa sadihii garaa qurxummii guddichaa keessa ture; Ilmi Namaa halkan sadihii fi guyyaa sadihii garaa lafaa keessa tura. Gade chapit la |