Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 12:39 - WAADAA LAMMATAA

39 Yesuus ammoo deebisee akkana isaaniin jedhe, «Dhaloonni hamannii fi worri seebaran malkata soqanmalkata raaga raatticha Yoonaasii malee, malkanni biraa hin kennamuuf.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

39 Inni garuu akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Hama'aa fi dhaloonni hin amanne baasa argu'uuf ni barbaada, garuu baasa nabiyyicha Yoonaasiitiin alatti, baafinni bira'aa hin kennamuuf.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

39 Yesuus ammo deebisee akkana isaaniin jedhe, «Dhaloonni hamaanii fi worri seebaran malkata soqanmalkata raaga raatticha Yoonaasii malee malkanni biraa hin kennamuuf.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 12:39
8 Referans Kwoze  

Dhaloonni hamaanii fi seebaraan malkata barbaada; malkata raatticha Yoonaasii malee, malkanni biraa hin kennamuuf» isaaniin jedhe. Achiin maayessa Yesuus isaan dhiisee deeme.


Seebartoota adunyaa jaalachuun Rabbiin wol loluu akka ta'e, hin beettanii? Eegasuu ka biyya lafaatiin goshoo ta'uu fedhu maruu diina Rabbii ta'eera. Namni jaalalloo adunya'aa ta'u maruu diina Rabbii ta'eera.


Namni kamuu dhaloota seebaruu fi cubbamaa kana keessatti, naa fi dubbii kiyyatti yoo saalfate, Ilmi namaa ulfinna Abbaa ufiitii fi maleekkota Woyyuu woliin hennaa dhufu isatti saalfata» jedhe.


Inni hafuura guddaa baafatee, «Dhaloonni kun maaf malkata barbaadan? Dhuga'aan isiniin jedha, dhaloota kanaaf malkanni hin kennamuuf» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite