Wongeela Maatewos 12:34 - WAADAA LAMMATAA34 Isin ijoollee bofaa! isin hammeeyyii taatanii, attamitti dubbii mishaa dubbachuu dandeettan? waan garaa guute afaan dubbata. Gade chapit laWaadaa Haarawa34 Isin yaa ilmaan bofaa! hamaaleyyiiwwan yoo taatan, waan mishaa dubbachu'uuf attamitti dandeettan ree? Naminni afaan isaatiin dubbatu, onnee isaa guutee waan hafe.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu34 Isin ijoollee bofaa! isin hammeeyyii taatanii attamitti dubbii mishaa dubbachuu dandeettan? waan garaa guute afaan dubbata. Gade chapit la |