Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 12:30 - WAADAA LAMMATAA

30 Namni gara kiyya hin taane na morma. Namni na biratti wolitti hin qabanne ammoo hin bittinneessa.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

30 Ka anaan woliin hin ta'in marrinuu, mormmataa kiyya, ka ana woliin wolitti hin qabanne'llee, ni bittinneessa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

30 Namni gara kiyya hin taane na morma. Namni na biratti wolitti hin qabanne ammo hin bittinneessa.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 12:30
16 Referans Kwoze  

Namni nuun hin mormine maruu gara keenna.


Namni gara kiyya hin taane na morma. Namni na biratti wolitti hin qabanne hin bintinneessa.


Yesuus ammoo, «Ka isiniin hin mormine isin woliin waan ta'eef, isa hin dhoogginaa'a» isaaniin jedhe.


Ammallee Yesuus, «Eennullee gooftaa lamaa bitamuu ka danda'u hin jiru. Tokkicha hin jibba, kaan ammoo hin jaalata; yookiin tokkochaaf uf kennee kaan ammoo hin tuffata. Akkasuma Rabbii fi duniya'aa qixa bitamuu hin dandeettan» jedhe.


Isaan nu biraa bayan malee worra keennaa miti. Uduu worra keenna ta'anii silaa nu woliin jiraatan. Haata'uu ammoo maruu akka worra keenna hin taane beessisu'uuf bayan.


Banii calla'aafii miti, haata'uu ammoo ijoollee Rabbii ta tamsaatellee akka wolitti qabuuf malee.


«Yookiin namni tokko duraan dursee uduu namicha jabaa hin hiine, gara mana namicha jabaa sanii seenee mi'a isaa saamuu attamitti danda'a? Haga namicha san hidheen maayessa mana isaa saamuu danda'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite