Wongeela Maatewos 12:26 - WAADAA LAMMATAA26 Jinniinillee yoo jinnii baase, inni ufii uf qoqqooda. Eegasuu mootummaan isaa attamiin dhaabatti ree? Gade chapit laWaadaa Haarawa26 Sheexanni'llee sheexana ka baasu yoo ta'e, ufii isaatiiyyuu gargar fooyame jechu'u, eegaa mootummaan isaa attamitti jabaatee jiraachu'uuf danda'a ree! Gade chapit laKitaaba Woyyuu26 Jinniinillee yoo jinnii baase, inni ufii uf qoqqooda. Eegasuu mootummaan isaa attamiin dhaabatti ree? Gade chapit la |