Wongeela Maatewos 12:25 - WAADAA LAMMATAA25 Yesuus yaada isaanii beekee akkana isaaniin jedhe, «Mootummaan wolitti ka'ee gargar wol qoqqoodu maruu hin bada. Qachaan gargar wol qoqqooddu martinuu hin jiddi. Gade chapit laWaadaa Haarawa25 Yesus'llee yaada isaanii beekee akkana isaaniin ni jedhe, «Mootummaan tokko adda qoodamee ufii isaatii ka wolitti bu'u yoo ta'e, mootummaan sun ni kufa. Akkuma kana magaalaan tokko yookiin maatiin tokko, ufii isaatii adda yoo fooyame jabaatee jiraachu'uuf hin danda'u. Gade chapit laKitaaba Woyyuu25 Yesuus yaada isaanii beekee akkana isaaniin jedhe, «Mootummaan wolitti ka'ee gar gar wol qoqqoodu maruu hin bada. Qachaan gar gar wol qoqqooddu martinuu hin jiddi. Gade chapit la |