Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 12:23 - WAADAA LAMMATAA

23 Baniin martinuu maalalfatanii, «Namni kun Ilma Daawitii ta'innaa?» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

23 Ummanni marri'llee maalalffatanii, «Kun Ilma Daawiitii ta'innaa?» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Baniin maruu maalalfatanii, «Namni kun Ilma Daawitii ta'innaa?» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 12:23
9 Referans Kwoze  

Yesuus achii ka'ee uduu deema'aaru, namoonni ballaan lamaan, «Ilma Daawitii, nu fayyisi!» jedha'aa iyya'aa isa faanaa deeman.


Namootaan, «Kootta'aatii nama waan ani godhe maraa natti hime laalaa'a. Ani hin beeku inni Kiristoosiin ta'innaa laata?» Jette.


Gumiin afo'oo fi duuba isaatiin deeman iyya'aa, «Hosaanaa Ilma Daawitiitiif jedha. Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame! Hosaanaa samii irratti!» jedha'aa turan.


Haga Yesuus jinnii isa keessaa baaseen maayessa, namichi afaan isaa duuda'aa sun hin dubbate. Baniin baaseffatee, «Wonti akkanaa kun Israa'eeliin keessatti sirimaa ta'ee hin beeku!» jedhan.


Achiin maayessa dubartiin biyya Kana'aanii takka hulee sanii dhuftee, «Ilma Daawitii, Gooftaa'a! Mucattii tiyya jinniin dhayee waan rakkata'aartuuf, naa fayyisi» jedha'aa iyyite.


Yesuus hennaa dubbii kana dubbatee fixe, gumiin barumsa isaa hin baaseffate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite