Wongeela Maatewos 12:22 - WAADAA LAMMATAA22 Achiin maayessa namicha balla'aa fi ka afaan duuda'aa, ka jinniin dhayeeru tokko gara Yesuusii fidan. Innillee namicha san hin fayyise, namichillee argu'uuf dubbatuu danda'e. Gade chapit laWaadaa Haarawa22 Kanaan duubatti namoonni namicha jinniin irra bule, jaama'aa fi duudaa hin dubbanne tokko, gara Yesusii ni fidan, Inni'llee ni fayyiseen, namichi'llee dubbachu'uu fi laaluu'llee ni danda'e. Gade chapit laKitaaba Woyyuu22 Achiin maayessa namicha ija jaama'aa fi ka afaan duuda'aa, ka jinniin dhayeeru tokko gara Yesuusii fidan. Inni namicha san hin fayyise; namichillee argu'uu fi dubbatuu danda'e. Gade chapit la |