Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 12:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Inni hin mormu, hin wocu, yookiin eennullee laagaa isaa raasa'atti hin dhagayu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

19 Inni hin mormmu, yookiin hin iyyu, karaawwan irratti'llee qoonqqa isaa ka dhagayu hin jiru.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

19 Inni hin mormu; hin wocu; yookaan eennullee laagaa isaa raasa'atti hin dhagayu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 12:19
8 Referans Kwoze  

Qanbaraa kiyya baadhaa'a. Narraallee baradhaa'a. Ani gara laafeessaa fi Kasoo waan ta'eef, lubbuu teessaniin harabaafata argatanii.


Anuu Phaawuloosi hennaa isin bira jiru, nama kaso'o jedhame; hennaa isin biraa fagaadhu ammoo nama ija jabaatu jedhame; garalaafumma'aa fi fayyalummaa Kiristoosiitiin isin gorsa.


Fariisonnillee jeennanni Rabbii yoom dhufti jedhanii hennaa isa gaafatan. Inni deebisee, «Jeennanni Rabbii akka namni eeguun hin dhuftu.


Inni murtii dhuga'aa haga irra aansutti Ooyyaa leemmaniillee hin cabsu, fooyaa ibsaa jirbi'iillee hin dhaamsu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite