Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 12:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Yesuusillee yaada isaanii beekee, achii siiqe. Namoonni hedduu isa faanaa deemanii isaan maraa hin fayyise.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Yesus garuu marri isaanii hama'aa beekee bakka san dhiisee ni deeme, namoonni baayi'een'llee isa horddofanii ni deeman, worra dhukkubisatan mara'llee ni fayyise.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Yesuus yaada isaanii beekee achii siiqe. Namoonni hedduu isa faanaa deemanii isaan maraa hin fayyise.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 12:15
15 Referans Kwoze  

Qachaa tokko keessatti yoo isin rakkisan, gara qachaa biraatitti dheessaa'a. Dhugamaan isiniin jedha, haga Ilmi Namaa dhufuuf qachoota Israa'eelii keessa deemtaniituu hin fixxan.


Achiin maayessa Yesuus addaataa Yihuudii wodhakkaa hin deddeebine. Haata'uu ammoo achuma gara lafa udume'ee bira gara qachaa Efireem jedhamtuu deemee darasootuma ufii woliin achuma taa'e. Faasikaan Yihuudotaa dhiyaatee ture.


Achiin maayii Yihuudonni Yesuusiin ajjeesu'uuf soqa'aa waan turaniif, Yihuudaa keessa deddebi'uu waan hin feeneef, Galiilaa keessa deddeema'aa ture.


Gumiin hedduu isa faana deeman, Innillee achumatti isaan fayyise.


Gandootatti, qachootatti yookiin baadiyya'atti hulee Yesuus dhaqe maratti bakka baada'aatitti dhukkubsattoota gara isaa fida'aa turan. Dhukkubsattoonnillee qaccee uffata isaa tuqu'uuf isa kadhatan. Worri isa tuqan maruu hin fayyan.


Wonti waamamtaniif kana waan ta'eef akkasuma Kiristoosiin faanaa akka deemtaniif fakkeenna isinii ta'ee waan waan keessaniif rakkinni isa irra gayeef.


Waan mishaa hojjachuu akka hin dadhabne yoo abdii kutuu baanne, hennaa haamaan gaye hin haamanna.


Uduu hin halkanoofne hujii ka na ergee huja. Halkan eennullee hojjachuu hin dandeenne waan dhufuuf.


Innillee torbaanuma san keessa kadhachu'uuf gara gaaraa ol bayee, Halkan guutuu Rabbiin kadhata'aa bule.


Yesuusillee yaada isaanii beekee, «Isin maaf waan akkanaa kana garaa keessan keessatti yaaddanii?


Gumiinillee akka inni Yesuusiin ta'e beekanii isa faanaa deeman. Innillee isaan simatee waan jeennata Rabbii isaanitti hima'aa ture. Worra fayyuun isaan barbaachisullee hin fayyise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite