Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 12:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Achiin maayessa Yesuus, «Namichaan harka kee diriirsi» jedheen. Namichillee hennaa harka diriirfate, harki isaa fayyee, akkuma harka fayyaalessa kaanii ta'e.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Kanaan duubatti Yesus namicha harka naafaatiin «Harka kee diriirssi!» jedheen. Inni'llee yeroo diriirssetti harki isaa fayyee, akkuma harka fayyaalesaa ni ta'eef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Achiin maayessa Yesuus, «Namichaan harka kee diriirsi» jedheen. Namichillee hennaa harka diriirfate harki isaa fayyee akkuma harka fayyaalessa kaanii ta'e.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 12:13
5 Referans Kwoze  

Innillee harka ufii isii irra kaayee, isiinillee yomasan ol jettee qajeeltee dhaabattee Rabbiin galateefatte.


Yesuus harka ufii diriirsee qabeenii, «Hin fedhaa, fayyi!» jedheen; hennama san namichi dhukkuba ufii irraa fayye.


Balloonni hin argan, worri hokkolan hin deeman, worri dhukkuba gogaa kukkutuun qabaman hin qulqullaayan, ka gurraan hin dhageenne hin dhagayan, worri du'anillee hin ka'an.


Abbaan Pupiiliyoosii haxaxxe'ee fi baasa'aan dhibamee ciiseera. Phaawuloos gara isaa seenee Rabbiin kadhateefii harka ufiillee isa irra kaayee jennaan namichillee fayye.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite