Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 12:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Eegasuu namni attamitti Hoolaa hin caalle? Kanaafuu guyyaa Sambata diqqa'aa tiin waan mishaa hojjatuun seeruma» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Eegaa, hoolaa irra naminni attamitti hin caallee! Kanaaf guyyaa Sanbbataatiin waan mishaa raawwachuun ka eeyyamame.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Eegasuu namni attamitti hoolaa hin caalle? Kanaafuu guyyaa Sambataatiin waan mishaa hojjatuun seeruma» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 12:12
6 Referans Kwoze  

Simbirroota sami'ii laalaa'a; isaan hin facaafatan, hin haamatan, gootara'attillee hin galfatan, Abbaan keessan ka samii jiru isaan nyaachisa. Isin guddiftanii sinbirroota hin caaltanii?


Achiin maayessa Yesuus isaaniin, «Ani waa isin gaafadha: Seerri keenna guyyaa Sambataatiin maal akka goonu nu ajaja? waan mishaa moo waan hama'a? Lubbuu fayyisu'u moo ajjeesu'u?» isaaniin jedhe.


Achiin maayii inni isaaniin, «Guyyaa Sambataatiin waan mishaa godhu'u moo waan badaa godhutu Seeraan kennameera? Lubbuu fayyisu'u moo ajjeessu'u?» jedhe. Isaan ammoo hin cadhisan.


Kanaafuu isin sinbirroota didiqqoo hedduu waan caaltaniif hin sodaatinaa'a.


Harraageyyii laalaa, hin facaafatan, hin haamatan, mi'a manaa yookiin gootaraa hin qaban. Rabbi ammoo isaan hin nyaachisa. Isin hoo simbirran hin caaltanii?


Guyyaa Sambataatiin, Yesuus hurbaataa nyaachu'uuf, gara mana bulchaa Fariisotaa keessaa gara mana nama tokkoo dhaqe; worri gaadu isa eega'aa turan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite