Wongeela Maatewos 12:11 - WAADAA LAMMATAA11 Yesuus deebisee, «Isin keessaa namni Hoolaa tokko qabu, guyyaa Sambataatiin boollatti yoo jalaa badde ka hin baafne eennu? Gade chapit laWaadaa Haarawa11 Yesus'llee akkana isaaniin jedhe, «Isin keessaa hoolaa tokko ka qabu, hoolaan isaa Guyyaa Sanbbataatiin boolla keessatti yoo jalaa kufe, harkisee ka hin baafnneen eennu? Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 Yesuus deebisee, «Isin keessaa namni hoolaa tokko qabu yoo guyyaa Sambataatiin boollatti jalaa bade ka hin baafne eennu? Gade chapit la |