Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 12:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Guyyaa Sambata diqqa'aatiin uduu Yesuus maasaa keessa lufa'aaru, Barattoonni isaallee waan beelayaniif asheeta kukkutanii nyaachuu jalqaban.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Yeroo sanitti Yesus Guyyaa Sanbbataatiin qonna qamadi'ii keessan ni dabrraayyu ture, barattoonni isaa'llee beelayanii waan turaniif asheeta qamadi'ii muranii sukkumanii nyaachuu jala ni qaban.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Guyyaa Sambataatiin Yesuus uduu maasaa keessa lufa'aaru darasoonni isaa waan beelayaniif asheeta kukkutanii nyaachuu jalqaban.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 12:1
3 Referans Kwoze  

Swiv nou:

Piblisite


Piblisite