Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 11:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Moo maal laalu'uuf? Raagaa? Ee dhugamaan isiniin jedhaa, ka raaga caalu argitan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Eegaa waayee maali'iitiif baatan ree? Nabiyyii laalu'uuf moo? Ee, gonkumaa ka nabiyyii haalaan caalu laalu'uuf isiniin jedha.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Moo maal laalu'uuf? Raagaa? Ee dhugamaan isiniin jedhaa, ka raaga caalu argitan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 11:9
9 Referans Kwoze  

Akkasuma ati daa'ima nana raagaa Rabbii Ol Aana'aa hin jedhamta, Karaa isaallee haxaayu'uuf Gooftaa afoo deemta.


Heroodiis, Yohaannisiin ajjeesisuu barbaade, gumiin ammoo akka raagaatitti waan isa laalaniif sodaate.


Maal laalu'uuf? nama uffata haarrii babbareedaa uffatee? Kunoo worri uffata haarrii babbareedaa uffatan mana moototaa keessa jiran.


‹Nama irra› yoo jenne ammoo, gumiin dhaka'aan nu tuman. Yohaannis akka raagaa ture maruu waan amananiif.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite