Wongeela Maatewos 11:7 - WAADAA LAMMATAA7 Darasoonni Yohaannisii cuupha'aa akkuma lixaniin, Yesuus akkana jedhee bani'itti waan Yohaannisii himuu jalqabe. Maal laalu'uuf gara lafa udume'ee baatan? Oyyaa Leemmanii ka bubbe'een socho'u laalu'uuf moo? Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Ergamoonni Yohaannisii eega deemaniin duubatti, Yesus waayee Yohaannisii akkana jechu'uun dubbachuu jala ni qabe, «Haa ta'u malee maal laalu'uuf gara gammoojji'ii baatan? Ooyyaa leemmanii ka bubbe'een sosocho'u laalu'uuf moo? Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Darasoonni Yohaannisii cuupha'aa akkuma lixaniin Yesuus akkana jedhee bani'itti waan Yohaannisii himuu jalqabe; «Maal laalu'uuf gara lafa udume'ee baatan? Ooyyaa Leemmanii ka bubbe'een socho'u laalu'uuf moo? Gade chapit la |