Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 11:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Hiyyeeyyi'iifillee Oduun Nagayaa hin lallabama. Namni waan kiyya hin mamne maruu ka eebbifame.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Waayee kiyyaan ka hin shakkine, ka eebbifame.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Hiyyeeyyi'iifillee Dubbiin Nagayaa hin lallabama; Namni waan kiyya hin mamne ka eebbifame.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 11:6
26 Referans Kwoze  

Nama akka umameen jiruu, wonti Ayyaana Rabbii waan gowwummaa ta'eef hin fudhatu; dubbiin Ayyaanaa waan Ayyaana Rabbiitiin qoramuuf namni foonii beeku hin danda'u.


Hennaa san Yesuus isin martinuu halkan kana na dhiiftanii baqattan, Ani tissee hin dhayaa hoolonni hin faca'an jedhamee waan barreeffameeruuf.


Sababaa kanaaf darasoota keessaa heddu isaanii gara duubaa deebi'an; achiin maayessa isa woliin hin deemne.


Hennaa san namoonni hedduu amantaa irraa duubatti deebi'an, isaan dabarsanii wol kennan, Wolillee hin jibban.


Isaan worra hin amanne waan ta'aniif, dubbii isaatiin gufatan. Isaanillee worra kufaati'iif qophaayan.


Biyyi lafaa waan nama gufachiiftuuf isii aanne'e! Wonti gufachiisu dhufuu hin oolu. Haata'uu ammoo ka nama gufachiisuuf aanne'e!


Haata'uu ammoo, obboleeyyan tiyya haga ammaa ani uduu waan gadoomu'uu himee, silaa haga ammaa maali'iif na ari'an? Eeganaa gufuun fannoo Kiristoosiitiin kara'aa dhooggameera.


Achiin maayessa Simoon isaan eebbise Maariyaamiin, «Daa'imni kun Israa'eliin keessatti nama hedduuf sababa badi'ii, nama hedduuf ammoo sababaa fayyinaa akka ta'uuf muudameera. Kunillee worra isaan mormuuf malkata ta'a; yaanni dhossa'aa ka garaa namoota hedduu keessa jiru ifatti baya Gaddi akka guraadee qaramellee garaa kee woraana» jedhe.


Ijji mirgaa yoo cubbuu si hojjachiifte, uf keessaa baasii gati; nafti kee guutuun gara asaabaa ka gatamee mannaa, nafa kee keessaa tokko fafaayuu sii woyya.


Haata'uu ammoo inni hidda hin qabu, hennamaaf jabaata malee, sababa dubbii Rabbiitiif hennaa rakkinniinii fi ari'amuun dhufee yoma san gufatan.


Inni ogeessa muka bocu, ilma Maariyaamiitii mii? Ilmaan haadhaallee Yaaqoob, Yooseef, Yihuuda'aa fi Simoon fa'aa mii? intallan haadhaallee as nu bira jiranii mii?» jedhanii tuffatanii isa didan.


Namni na mamee hin gufanne ka eebbifame!» isaaniin jedhe.


Akka hin guffanneef kana isinitti hime.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite