Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 11:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Yesuusillee deebisee akkana isaaniin jedhe. Deema'aatii ka argitaniif ka dhageettan Yohaannisitti himaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Deema'aatii waan argitanii fi waan dhageettan maraa, Yohaannistti himaa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Yesuusillee deebisee akkana isaaniin jedhe. «Deema'aatii ka argitanii fi ka dhageettan Yohaannisitti himaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 11:4
7 Referans Kwoze  

Ka dhufu si'i moo ka biraa eenna? jedheen.


Balloonni hin argan, worri hokkolan hin deeman, worri dhukkuba gogaa kukkutuun qabaman hin qulqullaayan, ka gurraan hin dhageenne hin dhagayan, worri du'anillee hin ka'an.


Ani ammoo ragaa ragaa Yohaannisii caalu qaba. Aabba akka raawwaadhuuf hujjii naa kenne. Hujjiin hojjata'aaru kun, Aabba akka na erge waan kiyya waan raguuf.


Yesuus harka ufii diriirsee qabeenii, «Hin fedhaa, fayyi!» jedheen; hennama san namichi dhukkuba ufii irraa fayye.


Gumiin hedduu naaftota, balloota, worra duudotaa fi ka biraallee heddu qabatanii gara isaa fidanii luka Yesuusii jala kaayan. Innillee isaan fayyise.


Mana woyyuu keessatti balloonninii fi hokkoloonni gara Isaa dhufan, innillee isaan fayyise.


Ani akka Aabbaan keessa jiru Aabballee akka na keessa jiru na amanaa yoo ta'uu dhabaatellee waan hujii isaatiif na amanaa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite