Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 11:30 - WAADAA LAMMATAA

30 Qanbaraan kiyya haphi'i, ba'aan kiyyallee salphaa waan ta'eef.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

30 Qambarri kiyya laafa'a, ba'aan kiyya'llee salpha'a.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

30 Qambaraan kiyya haphi'i; ba'aan kiyyallee salphaa waan ta'eef.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 11:30
13 Referans Kwoze  

Rabbiin jaalachuun ajaja isaa raawwatu'u. Ajanyi isaallee ulfaata'aa miti.


Nageenni na'aan akka isinii ta'uuf kana isinitti himeera, biyya lafaa keessa hennaa jirtan hin rakkattan, haata'uu ammoo jabaadhaa'a! womaa mit ani biyya lafaa mooyadheera.»


Hunna Kiristoos naa kennuun maraa danda'a.


Wolabumma'aan akka jiraannuuf Kiristoos wolaba nu baase. Eegasuu jabaadha'aa dhaabadhaa'a! Deebitanii qanbaraa garbumma'aatiin hin qabaminaa'a!


Yoo Ayyaana Woyyu'uun yoo masakkamtan ammoo, Seeraa gad jirtan.


Eeganaa waan nu'u fi abbootiin teenna baadhatuu hin dandeenne qambaraa gurmuu darasootaa irratti fe'u'uun amma maaf haga Rabbii laaltan?


Waan hin mudhanne malee waan mudhatu yoo laaluu baanne rakkoon keenna salpha'a; hennaa heddu ulfinna bara baraa maraa caalaa waan nuu godhamuuf. Wonti mudhatu haguma henna'aati. Wonti hin mudhanne ammoo ka bara baraati.


Ciincaa waaqa tolfama'aa, dhiiga horii ufiin du'eetii fi seebaruu irraa akka fagaattan; ka barbaachisu kana malee fe'aa biraa akka isinitti hin feene nuuf Ayyaanni Woyyuun waan hin eeyyamneef waan kana maraa irraa yoo uf eeddan waan mishaa gootan; nagayaan jiraadhaa'a.


Guyyaa Sambata diqqa'aatiin uduu Yesuus maasaa keessa lufa'aaru, Barattoonni isaallee waan beelayaniif asheeta kukkutanii nyaachuu jalqaban.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite