Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 11:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Ka dhufu si'i moo ka biraa eenna? jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 «Masihichi ni dhufa jedhame sun si'i moo? Yookiin ka bira'aa haa eeginnu?» jedhanii, Yesusiin akka gaafataniin ni taasise.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 «Ka dhufu si'i mo'o ka biraa eenna?» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 11:3
38 Referans Kwoze  

Isiinillee, «Ee Gooftaa'a, ati ka gara adunyaa tanaa dhufu Kiristoosii Ilma Rabbii akka taate, ani hin amana» jetteen.


«Hennaa diqqo'oon maayii, ka dhufu'uuf ta'u, uduu hin turre dhufa.


Banii keessaa namoonni heddu waan itti amananiif, «Kiristoos hennaa dhufe, maalalee kun godhe caalaa godha?» jedhan.


Sababa Kanaaf namoonni maalalee Yesuus godhe haga arganiin maayii, «Kun dhugama raaga gara adunyaa kanaa dhufe!» jedhan.


Inni na kabbajja narraa fuudhee isinitti waan himuuf.


Baala meexxi'ii qabatanii simachu'uuf bayan, «Hoosaanaa! ka maqaa Goofta'aatiin dhufu Mootiin Israa'eelii ka eebbifame!» jedha'aa wocan.


Yesuusillee akkana isi'iin jedhe, «Dubartii nana na amani; gaara kana gubba'atti yookiin Yeruusaaleemitti hennaan isin Abba'aaf hin saganne hin dhufa.


«Mootiin maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame! Sami'ittillee nagaya, gammachu'uu fi ulfinna!» jedha'aa Rabbiin galateeffatan.


Worri duraa fi duuba isaa deeman laagaa isaanii ol qabatanii, «Hoosaanaa! ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame!


Gumiin afo'oo fi duuba isaatiin deeman iyya'aa, «Hosaanaa Ilma Daawitiitiif jedha. Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame! Hosaanaa samii irratti!» jedha'aa turan.


Yesuusillee deebisee akkana isaaniin jedhe. Deema'aatii ka argitaniif ka dhageettan Yohaannisitti himaa'a.


Inni, ka Barreeffamni Woyyuun, ‹Kunoo ergamaa kiyya ka karaa sii tolchu si afo'otti erga› jedhee dubbateera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite