Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 11:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Hennaa san Yesuus deebisee akkana jedhe, Abbaa kiyya Gooftaa Sami'iitii fi Ardii kanaa waan maraa ogeeyyi'ii fi beettota jalaa dhossitee, daa'immanitti waan mudhifteef si galateeffadha.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Yeroo sanitti Yesus akkana ni jedhe, Gooftaa sami'ii fi arddi'ii yaa Abbaa! Waan kana ogeessotaa fi beekitotaa jalaa dhositee worra waa hin beekinnee waan ibisiteef, si galateeffadha.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Hennaa san Yesuus deebisee akkana jedhe, «Abbaa kiyya Gooftaa Sami'iitii fi Ardii kanaa! waan maraa ogeeyyi'ii fi beettota jalaa dhossitee, daa'immanitti mudhifteef si galatoonfadha.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 11:25
40 Referans Kwoze  

Kanaaf Yesuusiin, «Ati waan ijoolleen tun jettu hin dhageettuu?» jedhaniin. Yesuus, «Ee hin dhagaya; isin sirimaa, ‹Afaan ijoolle'eetii fi daa'imman harma hootu irraa galata ufiif qopheeffatte› ka jedhu hin dubbifnee?» isaaniin jedhe.


Yesuus deebisee akkana isaan jedhe, «Ilma Yoona'aa Simoon kana ka sii ibse Abbaa kiyya ka samii jiru malee, namni kana waan sii hin ibsineef ati ka eebbifamte.


Hennaa waadaan duraa dubbifamu golgi sun haga adhaa isaan keessa jiraata. Golgi sun ka diiggamuun Kiristoosiin calla'aan.


Waaqa adunya'aa fi waan adunyaa keessa jiru maraa uume, inni Gooftaa ardi'ii fi sami'ii waan ta'eef, mana woyyuu ka harka namaatiin ijaarame keessa hin jiraatu.


Namoonillee dhagaa awwaalaa irraa kaasan, Yesuusillee ija ufii ol kaasee, «Abbaa kiyya waan na dhageetteef si galateeffadha.


Abbaa kiyya fedhii kee yoo ta'e untoo tana narra dabarsi. Haata'uu ammoo fedhii kee malee kiyyaa hin ta'in jedhaa faateffate.


Yesuusillee, «Abbaa'a, isaan waan godha'aaranuu waan hin beenneef, isaanii dhiisi!» jedhe.


«Amma lubbuun tiyya raafamte maal jedhalle'e? ‹Abbaa kiyya hennaa tana jalaa na oolchi jedha moo?› kana akka hin jenne ammoo, ani wonti dhufeef rakkoo tanaaf.


Abbaa kiyya! Maqaa kee kabajji!» jedhe. Kanaaf, «Kabajjeera, akkasuma hin kabajjaanillee» laagaan jedhu sami'ii dhufe.


Rabbi Ayyaana ufiitiin wonti gadi fago'oollee uduu hin hafin maraa waan qoruuf, nutti Rabbi karaa Ayyaana ufiitiin uf ibse.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite