Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 11:24 - WAADAA LAMMATAA

24 Haata'uu ammoo akkana isiniin jedha, guyyaa murti'ii san, si caalaa biyya Soodoomiitii hin salphata.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

24 Kanaaf dhugamaan siin jedha, Guyyaa murti'ii titti si irra, Sodoomii adabbiin ni salphataaf!»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

24 Haa ta'uu ammo akkana isiniin jedha, guyyaa murti'ii san si caalaa biyya Soodoomiitii hin salphata.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 11:24
8 Referans Kwoze  

Ani dhugamaan isiniin jedha, guyyaa murti'ii san qachaa san irra biyya Soodoomii fi Goomoora'aatii hin salphata» jedhe.


Maarre ani akkana isiniin jedha, guyyaa murti'ii san, isin caalaa Xiroosii fi Siidona'aa hin salphata.


Bakka isin hin simannee fi hin dhageeffanne maratti achii yoo baatan ragaa akka isaanitti ta'u daaraa luka keessanii dhadhayadhaa'a; dhugamaan isiniin jedha guyyaa gaafa murti'ii qachatti tana caalaa biyya Soodomiitii fi Gamoora'aa hin salphata.» isaaniin jedhe.


Ani akkana isiniin jedha, guyyaa murti'ii qachaa san irra worra Soodoomiitii hin salphata.


Isin fakkeessitota barsiisota Seera Muuse'eetii fi Fariisoota faatee dheeressu'uun sababdanii mana haadha hiyyeeyyi'ii irraa waan nyaattaniif isinii aanne'e! Kanaafuu murtii guddaa argattan.]


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite