Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 11:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Maarre ani akkana isiniin jedha, guyyaa murti'ii san, isin caalaa Xiroosii fi Siidona'aa hin salphata.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Kanaaf Guyyaa murti'ii titti, isin irra Xiiroosii fi Sidoonaa ni jiraatan worra turaniif, adabbiin isaanii ni salphata isiniin jedha.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Maarre ani akkana isiniin jedha, guyyaa murti'ii san isin caalaa Xiroosii fi Siidona'aa hin salphata.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 11:22
22 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo akkana isiniin jedha, guyyaa murti'ii san, si caalaa biyya Soodoomiitii hin salphata.


Ani dhugamaan isiniin jedha, guyyaa murti'ii san qachaa san irra biyya Soodoomii fi Goomoora'aatii hin salphata» jedhe.


Guyyaa murti'ii akka ugginuuf jaalalti isaa nu keessa guutteerti. Akkuma inni adunyaa keessa jiraate nullee akkasuma adunyaa keessa jira.


Ani akkana isiniin jedha, namoonni waan hamaa dubbatan sanniin maraafuu guyyaa murti'ii deebii kennan.


Haata'uu ammoo hennaan murti'ii, isin irra Xiroosii fi Sidoona'aa salphata.


Ardi'ii fi samiin amma jirtu tun ammoo akka ibiddaan badduuf haga guyyaan murti'iitii fi badiin worra Rabbitti hin amannee geettuu akka dubbii kanaatiin ibidda eeggatan.


Worra Gooftaa kaddaaman ataabee jalaa baasee worra cubbamoota keessattuu, worra hawwii shinga'aa, dharraa foonii hamaa duukaa deema'aa worra Gooftummaa isaa tuffatan adaba'aa haga guyyaa murti'ii saniif attamitti akka isaan tursiisu hin beeka. Isaan kun worra uf jajaniif goota worra baallii qaban arrabsuu hin sodaanne.


Nullee fayyinna guddaa akkanaa kana yoo lash itti jenne, attamiin jalaa baana. Kun dura waan Goofta'aan himamee tureef; worri dhagayanillee nuu cimsan.


Kurraasii, si aanne'e! Beetasayidaa'a, si aanne'e! Maalaleen isin keessatti godhame Xiroosii fi Siidonaa keessatti uduu godhamee jiraatee, silaa baniin achii yoosuu uffata gaddaa uffatanii, daaraa ufitti firfirsanii, silaa bara dheera'aan duratti cubbuu irraa deebi'aniiran.


Teessoo gudda'aa fi adii ka isa irra taa'eerullee hin arge; Ardi'ii fi samiinillee isa afo'oo dheessan. Huleen isaanii hin argamne.


Worra du'an, didiqqa'aa fi gugurdaa teessoo isaa afoo ka dhaabatan arge; kitaabbileen banaman, kitaabni biraallee baname; innillee kitaaba jireennaati, du'oonnillee akkuma kitaabota irratti barreeffame akkuma hujii isaaniitiin qoodaman.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite