Wongeela Maatewos 11:19 - WAADAA LAMMATAA19 Ilmi Namaa nyaata'aa dhuga'aa hennaa dhufe, Isaan ammoo, ‹Daadhii woyini'ii dhugu'uuf ka nyaatee hin quufne hiriyyaa qaraxxootaatii fi cuubamtootaa ti› jedhaniin. Haata'uu ammoo Ogummaan Rabbii, hujii ufiitiin mirkanoofteerti» jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa19 Ilmi Namaa ammoo nyaata'aatii fi dhuga'aa dhufinnaan, ‹kunoo, kun ammoo nyaataa fi dhugaatii ka jaalatu! Waahela qaraacotaatii fi cubbamoota'llee!› jedhaniin. Sirrii ta'uun ogumma'aa garuu, hujii isi'iitiin ni mirkanaaya.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu19 Ilmi Namaa nyaata'aa dhuga'aa hennaa dhufe, Isaan ammo, ‹Daadhii woyini'ii dhugu'uuf ka nyaatee hin quufne hiriyyaa qaraxxootaatii fi cuubamtootaati› jedhaniin. Haa ta'uu ammo Ogummaan Rabbii hujii ufiitiin mirkanoofteerti» jedhe. Gade chapit la |