Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 11:18 - WAADAA LAMMATAA

18 Yohaannis uduu hin nyaanneef hin dhunne dhufe. Isaan ammoo, ‹Inni jinnii qaba› jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

18 Akkuma kana Yohaannisiin cuuphaan yeroo dhufetti, midhaan uduu hin nyaatnii fi daadhii woyinni'llee uduu hin dhugin dhufinnaan, ‹kana jinni'itu keessa jira!› ni jedhaniin,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

18 Yohaannis uduu hin nyaannee fi hin dhunne dhufe. Isaan ammo, ‹Inni jinnii qaba› jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 11:18
17 Referans Kwoze  

Innillee afoo Goofta'aatitti waan nama guddaa ta'uuf, daadhii woyini'ii yookiin dhuddoo nama macheessu sirimaa hin dhugu, uduu garaa haadha isaa keessa jiru Ayyaana Woyyu'uun guuttama.


Uffanni Yohaannisii rifeensa gaalaa irraa hojjatame; inni mudhii ufii teephaan hidhata; Nyaanni isaallee awwaannisaa fi damma gammoojjii keessaati.


Isaan keessaallee namoonni hedduu, «Inni jinnii uf keessaa qaba! maraateera! Isin maaf isa caqaftan?» jedhan.


Yihuudonni deebisanii, «Ati nama Samaariya'aa akka taate; jinniin si keessa jira jechuun keenna mishaa jennee mii?» jedhaniin.


Baniin deebisee, «Jinnii qabda! Eentu si ajjeesuu barbaada?» jedhaniin.


Barataan akka barsiisa'aa, hojjataanillee akka hojjachiisaa ufii haa ta'uu. Eega abbaa manaatiin Bi'elizebul jedhan, maatii isaatiin ammoo attamitti kana caalaa hin jenneeniree!


Haata'uu ammoo kaawwanitti haga himeen maayii ufii nama gattame akka hin taane foon kiyya adaba'aa akka ajajamu godha.


Akkana jedhee waan ufii yoo deebisuu, Fiisxoos laagaa gudda'aan, «Phaawuloos! ati maraatteertaa bee, guddiftee baratuun kee gara maraattumma'aa si deebisa'aaraa!» jedheen.


Fariisoonni ammoo, «Inni hunna mootii jinni'iitiin jinnii baasa» jedhan.


Xurumbaa isinii afuufne, isin ammoo hin hamoommonne, faaruu booyaa isin dhageessifne, isin ammoo hin gaddine.


Barsiisonni Seera Muuse'ee worri Yeruusaaleemii dhufan ammoo, «Bi'el Zebul isa keessa jira! Inni hunna mootii jinnootaatiin jinnii baasa» Yesuusiin jedhan.


Yihuudonni isaan, «Jinniin akka si keessa jiru amma beenne. Abrahaamilee du'eera, raattonnillee atillee hin duuta. ‹Ka dubbii kiyya eegu yoo jiraate baraa haga bara baraa hin du'u› jetta.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite