Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 11:16 - WAADAA LAMMATAA

16 «Dhaloota kana maali'iin wol fakkeessa? Inni akka ijoollee lafa gabaya'aa taa'anii hiriyyoota isaaniitiin,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 «Garuu namoota bara kanaa maaliin wolitti isaan fakkeesina? Bakka yaaii'ii ta'anii waahellan isaanii waama'aa,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 «Dhaloota kana maali'iin wol fakkeessa? Inni akka ijoollee lafa gabaya'aa taa'anii hiriyyoota isaaniitiin,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 11:16
12 Referans Kwoze  

Achiin maayessa Yesuus, «Jeennanni Rabbii maal fakkaatti? Anillee maali'iin wol fakkeessa?» jedhee gaafate.


Yesuus akkana jedhe: «Jeennata Rabbii maali'iin wol fakkeessina? Yookiin mammaaka attamiitiin himna?


Ani dhugamaan isiniin jedha, wonti kun maruu dhaloota bara kanaa irratti hin ta'a» jedhe.


Isin ijoollee bofaa! isin hammeeyyii taatanii, attamitti dubbii mishaa dubbachuu dandeettan? waan garaa guute afaan dubbata.


Ani dhugamaan isiniin jedha, haga wonti kun maruu ta'utti dhaloonni kun hin badu.


Ka Gurra dhagayu qabu haa dhagayuu.


Xurumbaa isinii afuufne, isin ammoo hin hamoommonne, faaruu booyaa isin dhageessifne, isin ammoo hin gaddine.


Hulee gabaya'aatitti nagaya ulfinnaa akka isaan gaafatanii fi gumiin ‹Barsiisaa'a› jedhanii akka isaan waaman jaalatan.


Yesuus uduu isaan barsiisu akkana isaaniin jedhe, «Barsiisota Seera Muuse'ee, ka uffata dheeraa uffatanii asii fi achi deema'aa, gabayaa keessatti namoonni isaanii sagada'aa nagaya akka isaan gaafatan jaalatan, mana sagada Yihuudotaa keessatti teessoo olaanu, lafa cidhaatittillee hulee ulfinnaa worra filatu irraa uf eeggadhaa'a!


Isin Fariisota mana sagadaatitti barcumma kabajja'aa, gabaya'attillee akka nagaya isin gaafatan waan jaalattaniif isin hobbaasi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite