Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 11:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Yoo dubbii isaanii fudhachuu feetan, Yohaannisiin kun, Eeliyaasii hin dhufa jedhame san.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Eega waan isaan dubbatan fudhachu'uuf yoo eeyamttan, Eliyaasiin ni dhufa jedhame sun kunoot, Yohaannis kana.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Yoo dubbii isaanii fudhachuu feetan Yohaannisiin kun Eeliyaasii hin dhufa jedhame san.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 11:14
12 Referans Kwoze  

Inni hafuura Eliyaasiitii fi hunnaan afoo isaa hin deema; Inni yaada abbooti'ii gara ijoolle'ee, worra hin ajajamnellee gara ogummaa qajeellotaa hin deebisa; banii dammassee Goofta'aaf akka qophaayan taasisa.»


Haga ammaa nyaata cimaa nyaachuu waan hin dandenneef, Aanaan isin woga'e.


«Waan isinitti himu ammallee waan heddu qaba. Haata'uu ammoo mara isaa qaabachuu hin dandeettan.


Teessoollee hin arge. Worra isarra taa'anii baalliin kennameef waan ragaa Yesuusiitiif waan dubbii Rabbiitiif namoota mataan isaanii irraa murame, worra bineensaaf fakii isaatii hin saganne worra malkata kallacha isaaniitiif harka isaanii irratti hin godhanne arge. Kiristoosiin woliinillee woggaa kumaa mooyanii jiraatan.


Raattonni maraa fi seerri Muuse'ee haga bara Yohaannisii cuupha'aatitti raaganiiran.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite