Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 11:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Bara Yohaannisii cuuphaa irraa jalqabee, haga ammaa jeennanni sami'ii hunnaan dhiibama'aarti; worri itti galu'uuf jabaatanii tattaafatan hin argatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Bara Yohaannisii cuupha'aatii jala qabee haga adhaa titti Mootummaan Sami'ii haalaan ni dhiibamitti, worri ciminnaan woldhaanan'llee ni argataniin.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Bara Yohaannisii cuuphaa irraa jalqabee haga ammaa jeennanni sami'ii hunnaan dhiibama'aarti; worri itti galu'uuf jabaatanii tattaafatan hin argatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 11:12
11 Referans Kwoze  

Seerrinii fi raattonni haga bara Yohaannisii cuupha'aatitti hojjata'aa turan. Hennaa san irraa jalqabee Oduun Nagayaa ka jeennata Rabbii lallabameera; namni maruu gara jeennataa galu'uuf jabaatanii tattaafatan.


Innillee akkana isaaniin jedhe, Balbala dhipha'aan ol seenu'uuf tattaafadhaa'a; ani isinitti himaa, namoonni hedduu seenuuf tattaafatan. Haata'uu ammoo seenuu hin dandeenne.


Kanaafuu jaalatamtoota tiyya! Hennaa ani isin bira jiru callaa uduu hin taane, hennaa maraa worra ajajamu, kabajja'aa fi soda'aan fayyinna keessan raawwadhaa'a.


Nyaata baduuf hin hojjatinaa'a. Haata'uu ammoo nyaata jireenna bara baraa ka Ilmi Namaa isinii kennuuf hujaa'a, isa san Rabbi Aabbaan chaapaa ufii waan irra kaayeef.»


Yesuus ammoo deebisee, «Akkanaan qajeellummaa maraa raawwachuu nu barbaachisa, amma na hoffolchi» jedheen. Yohaannisillee hin hoffolcheen.


Dhugamaan isiniin jedha, worra dubartoota irraa dhalatan keessaa ka Yohaannis cuuphaa caalu hin argamne. Jeennata sami'ii keessatti ka maraa irraa gadiititu isa caala.


Raattonni maraa fi seerri Muuse'ee haga bara Yohaannisii cuupha'aatitti raaganiiran.


Hennaa gari garii Maleekkaan Rabbii bu'ee bisaan waan sochoosuuf. Haga bisaan socho'een maayessa, hennaa san namni firrisee bisaan keessa seene dhibee maraa irraa hin fayya.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite