Wongeela Maatewos 11:11 - WAADAA LAMMATAA11 Dhugamaan isiniin jedha, worra dubartoota irraa dhalatan keessaa ka Yohaannis cuuphaa caalu hin argamne. Jeennata sami'ii keessatti ka maraa irraa gadiititu isa caala. Gade chapit laWaadaa Haarawa11 Dhugamaan isiniin jedha, namoota dubarttoonni dayan jiddu'uu, Yohaannisii chuuphaa ka caalu hin muldhanne. Garuu Mootummaa Sami'ii titti, ka isa irra diqqa'aatutu isa caala. Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 Dhugamaan isiniin jedha, worra dubartoota irraa dhalatan keessaa ka Yohaannis cuuphaa caalu hin argamne. Jeennata sami'ii keessatti ka maraa irraa diqqa'aatitu isa caala. Gade chapit la |