Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 11:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Inni, ka Barreeffamni Woyyuun, ‹Kunoo ergamaa kiyya ka karaa sii tolchu si afo'otti erga› jedhee dubbateera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Inni ‹kunoo dura dura keetiin deema'aa, karaa kee ka si qopheessu ergamaa kiyya si duranatti ni erga› jedhamee, ka barreeffameef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Inni ka Barreeffamni Woyyuun, ‹Kunoo ergamaa kiyya ka karaa sii tolchu si afo'otti erga› jedhee dubbateeruuf.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 11:10
10 Referans Kwoze  

Kitaaba raatticha Isaayyaasii keessatti, «Ani ergamaa kiyya ka karaa sii qopheessu si afo'otti erga.


Yohaannisillee deebisee, «Akka raattichi Isaayyaas jedhetti, ‹Karaa Goofta'aa qajeelchaa'a› jedhee, lafa udume'ee keessatti laagaan nama iyyuu sun na'a» jedhe.


Raatticha Isaayyaasiin, «Namni tokko lafa gammoojjii keessaa iyya'aa, ‹Karaa Goofta'aa qopheessaa'a›; daandii inni irra deemu qajeelchaa'a!» Hennaa jedhu inni waan Yohaannisii dubbate.


Ka dhufu si'i moo ka biraa eenna? jedheen.


Dhugamaan isiniin jedha, worra dubartoota irraa dhalatan keessaa ka Yohaannis cuuphaa caalu hin argamne. Jeennata sami'ii keessatti ka maraa irraa gadiititu isa caala.


Akkasuma ati daa'ima nana raagaa Rabbii Ol Aana'aa hin jedhamta, Karaa isaallee haxaayu'uuf Gooftaa afoo deemta.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite