Wongeela Maatewos 11:1 - WAADAA LAMMATAA1 Yesuus darasoota kudha lamaan seera ufii itti kennee haga bobbaaseen maayessa, achii ka'ee gara qachoota naannaya Galiila'aa keessatti lallabu'uu fi barsiisu'uuf dhaqe. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Yesus ajajoota kanniin barattoota kudha lamaanii eega kenneen duubatti bakka san dhiisee, gara magaalota dhiyeennaitti argamanii, lallabu'uu fi barsiisu'uuf ni deeme. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Yesuus darasoota kudha lamaan seera ufii itti kennee haga bobbaaseen maayessa achii ka'ee gara qachoota naannaya Galiila'aa keessatti lallabu'uu fi barsiisu'uuf dhaqe. Gade chapit la |