Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 10:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Korojoo keessan keessatti, worqii yookiin meetii yookiin sibiila diimaa qabattanii hin deeminaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Worqqii yookiin meeta yookiin sibiila diimaa, kiisii keessantti hin qabatinaa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Korojoo keessan keessatti worqii, yookaan meetii, yookaan sibiila diimaa qabattanii hin deeminaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 10:9
7 Referans Kwoze  

Achiin maayessa Yesuus, «Korojoo, karaxiitii yookiin kophee uduu hin qabatin hennaa ani isin erge, wonti isin jalaa dhidhate jiraa?» Isaaniin jedhe. Isaanillee, «Womaa hin dhidhanne!» jedhan.


Dhibamtootallee fayyisaa'a, worra du'an kaasaa'a, worra dhibee gogaa kukkutu qaban fayyisaa'a. Jinnii baasaa'a, waan tola fudhattan tolumaan kennaa'a.


Achiin maayii inni darasoota kudha lamman gara ufii waamee, ayyaannan battii irratti baallii kenneefii, lama lama godhee isaan erge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite