Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 10:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Dhibamtootallee fayyisaa'a, worra du'an kaasaa'a, worra dhibee gogaa kukkutu qaban fayyisaa'a. Jinnii baasaa'a, waan tola fudhattan tolumaan kennaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Dhukkubisattoota fayyisaa, worra du'an ni kaasa, waashayoota qulqulleessaa, jinniiwwan baasaa, waan bilisaan fudhattan bilisaan kennaa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Dhibamtootallee fayyisaa'a; worra du'an kaasaa'a; worra dhibee gogaa kukkutu qaban fayyisaa'a; Jinnii baasaa'a; waan tola fudhattan toluma kennaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 10:8
15 Referans Kwoze  

Pheexroos ammoo, «Birri'ii fi Worqii hin qabu; waan qabu ammoo sii kenna, maqaa Kiristoos Yesuusii Naazireetitiin ka'ii deddeebi'i» jedheen.


Fayyisu'uuf harka kee yoo diriirsite hennaa maqaa Ilma kee woyyicha Yesuusiitiin maalaleenii fi baafni ta'u hojjattoonni tee akka karaa ifa ta'een dubbii kee guutuu akka dubbatan isaanii kenni.


Dhukkubsattoota achi jiran fayyisaa'a, ‹Jeennanni Rabbii gara keessan dhiyaatteerti› jedha'aanii.


Yesuus darasoota kudha lamaa gara ufii waamee, ayyaana battii akka baasan, dhukkubaa fi dhibee maraa akka fayyisan baallii isaanii kenne.


Bofa yoo harkaan qaban, yookiin yoo waan nama ajjeesullee dhugaan isaan hin miidhu; harka ufiillee worra dhibamtoota irra yoo kaayan isaan hin fayyan» isaaniin jedhe.


Akkuma dhaxxaniin, jeennanni sami'ii dhiyaatteerti jedha'aa lallabaa'a.


Korojoo keessan keessatti, worqii yookiin meetii yookiin sibiila diimaa qabattanii hin deeminaa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite