Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 10:33 - WAADAA LAMMATAA

33 Ka afoo namaatitti na waakkatu maraa, anillee akkasuma Abbaa kiyya ka samii jiru afo'otti isa waakkadha.»

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

33 Nama duranatti ka naa waakkatu mara garuu, ani'llee Abbaa kiyya ka sami'ii duranatti ni isa waakkadha.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

33 Ka nama afo'otti na waakkatu maraa anillee akkasuma Abbaa kiyya ka samii jiru afo'otti isa waakkadha.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 10:33
11 Referans Kwoze  

Yoo obsinee jabaanee dhaabanne, akkasuma isa woliin moona. Yoo isa waakkanne, akkasuma, innillee nu waakkata.


Namni anaaf dubbii kiyyatti saalfatu maruu ilmi namaa ulfinna isaatiin, ulfinna Aabba'aatii fi ulfinna maleekkota woyyootaa woliin hennaa dhufu isatti saalfata.


Ka nama afo'otti na ganu, maleekkota Rabbii afo'otti hin ganama.


Ka ilma Rabbii ganu maruu Aabbaan hin qabu. Ka ilma Rabbii heddatu Aabbaallee hin qaba.


Akkuma raattonni sobaa armaan dura banii jidduu turan, akkasuma ammallee barsiisonni sobaa isin jidduu jiran. Isaan Gooftaa isaan fayyise gananii ariiti'iin badii barumsa sobaa amantoota keessa seensisan.


Yesuus Pheexroosiin, «Ani dhugamaan siin jedha; halkanuma kana uduu lukkuun hennaa lamaan hin iyyine ati hennaa sadihii na ganta» jedheen.


Namni kamuu dhaloota seebaruu fi cubbamaa kana keessatti, naa fi dubbii kiyyatti yoo saalfate, Ilmi namaa ulfinna Abbaa ufiitii fi maleekkota Woyyuu woliin hennaa dhufu isatti saalfata» jedhe.


Achiin maayessa Pheexroos dubbii Yesuus, «Lukkuun hennaa lama uduu hin iyyin, ati hennaa sadihii na ganta» isaan jedhe san qaabatee hirqiffatee booye.


Inni ammoo, «Intalattii nana, ani isa hin beeku» jedhee gane.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite