Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 10:29 - WAADAA LAMMATAA

29 Sinbirroonni didiqqoon lamaan saantibii tokkotti gurguramanii mii? Fedhii Abbaa keessanii ka samii jiruu malee, isaan keessaa tokkottiinillee lafa hin buutu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

29 Sinbirroonni shishiikoon lamaan saantibii shaniin ni gurguramanii mitii ree? Haa ta'u malee, Abbaan keessan ka sami'ii uduu hin eeyyamin, sinbirroota shiikkoonuu, arddii irratti kufttee hin hafittu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

29 Simbirroonni didiqqoon lamaan saantibii tokkotti gurguramanii mii? Fedhii Abbaa keessanii ka samii jiruu malee isaan keessaa tokkottiinillee lafa hin buutu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 10:29
5 Referans Kwoze  

«Ani dhugamaan siin jedha, waan sitti murame keessaa saantimiin cabduunillee uduu hin hafin haga kaffaltutti sirimaa hin baatu» jedhe.


Simbirroota sami'ii laalaa'a; isaan hin facaafatan, hin haamatan, gootara'attillee hin galfatan, Abbaan keessan ka samii jiru isaan nyaachisa. Isin guddiftanii sinbirroota hin caaltanii?


Achiin maayessa haati hiyyeessaa takka dhuftee, saantima meetii diqqoo lamaan ta gatiin isii guddisee diqqo'oo mi'a kenna'aa keessa buufte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite