Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 10:27 - WAADAA LAMMATAA

27 Waan ani dukkana keessatti isinitti himu, isin ifaan dubbadhaa'a. Waan hasaassi'iin dhageettan gumii afo'otti lallabaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

27 Kanaaf waan ani dukkanaan isinitti himu isin ifatti dubbadhaa, hasaassi'iin waan dhageettan'llee bakka ol fagaatu irra baya'aatii ifatti barsiisaa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

27 Waan ani dukkana keessatti isinitti himu isin ifaan dubbadhaa'a. Waan hasaassi'iin dhageettan gumii afo'otti lallabaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 10:27
16 Referans Kwoze  

«Deema'aa dhaabadha'aatii dubbii jireennaa kana maraa mana woyyuu Rabbii keessatti bani'itti himaa'a» isaaniin jedhe.


Inni Ayyaanni dhuga'aa ammoo hennaa dhufe gara dhuga'aa maraa isin geessa. Waan dhagayu mara dubbata malee, ufi irraa waan hin dubbanneef waan dhufullee isinitti hima.


Akka hin guffanneef kana isinitti hime.


«Maqaa kanaan akka hin barsiifne, jabeessinee isin hin seerree? Yerusaaleemiin kunoo barumsa keessaniin guuttaniirtu; dhiiga nama sanii nurratti fidu'uuf yaaddan!» jedhanii isaan gaafatan.


Darasoonni kunoo amma addaataa dubata'aarta, womaa fakkeennaan hin dubbattu.


«Kana fakkeennaan isinitti himeera. Haata'uu ammoo waan Aabba addaataa isinitti himu malee achiin gama mammaakaan hennaan hin dubbanne hin dhufa.


Innillee akkana jedheen, «Dhossaa jeennata Rabbii beekuun isiniif kennameera; worra kaawaaniif ammoo uduu ilaalan akka hin argine, uduu dhagayan akka hin hubane, mammaakkan dubbadha» jedhe.


Eeganaa abdii akkanaa kana yoo qabaanne, guddifne ibsinee dubbanna.


Kanaafuu mana sagadaa Yihuudotaatii namoota Rabbiin kaddaaman woliin guyya guyya'aan worra gabayaa keessatti arge woliin dubbata'aa ture.


Ka gamoo manaa irra jiru waan mana keessaa fudhachu'uuf gad hin bu'in.


Kanaaf ka dukkana keessatti dubbattan maruu, ifatti dhagayama, ka gola keessatti gurratti hasaaftan raasaa irratti lallabama.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite