Wongeela Maatewos 10:26 - WAADAA LAMMATAA26 Kanaafuu isaan hin sodaatinaa'a, wonti golgame mudhatuu hin oolu, wonti dhokatellee ifa bayuu hin oolu. Gade chapit laWaadaa Haarawa26 «Eegaa namoota hin sodaatinaa, wonitti haguuggame ifa bayuun isaa hin hafu, ka bade'llee beekkamuun isaa hin hafu. Gade chapit laKitaaba Woyyuu26 Kanaafuu isaan hin sodaatinaa'a, wonti golgame mudhatuu hin oolu; wonti dhokatellee ifa bayuu hin oolu. Gade chapit la |