Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 10:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Hennaa dabarsanii isin kennan, wonti dubbattan hennama san waan isinii kennamuuf, attamitti yookiin maal akka dubbattan hin yaadinaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

19 namoonni gara yaa'ii murtii titti yoo isin dhiyeessan, waan isin dubbattan yeroo sanitti isinii waan kennamuuf, ‹attamitti yookiin maal dubbanna?› jettanii, yaadu'uun hin sarddaminaa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

19 Hennaa dabarsanii isin kennan, wonti dubbattan hennama san waan isinii kennamuuf attamitti yookaan maal akka dubbattan hin yaadinaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 10:19
20 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo hujiin lallaba Oduu Nagayaa ka anaan raawwatamuuf, akka worri Yihuudotaa hin taane martinuu dhagayaniif Gooftaan na bira dhaabatee na jabeesse. Afaan leencaa jalaallee na hambise.


Hennaa gara mana sagada Yihuudotaa, gara ajajootaa fi bulchootaa isin harkisan, attamitti yookiin maal akka deebiftaniif hin yaadinaa'a.


Isin keessaa namni ogummaa hin qabne, uduu hin komatin Rabbii arjumma'aan maraafuu kennu haa kadhatuu. Isaa hin kennamaa.


«Maarre, ‹Maal nyaanna?› yookiin ‹Maal dhunna?› yookiin ‹Maal uffanna?› jedha'aa hin yaaddayinaa'a;


«Kanaaf akkana isiniin jedha, jiruu teessaniif maal nyaanna yookiin maal dhunna, yookiin nafa keessaniif, maal uffanna jettanii hin yaaddayinaa'a! Jiruun nyaata, nafti uffata hin caaluu?


Waa maraanuu Rabbiin kadhatu'uu fi waan kaawwaniitiifillee galata woliin, Rabbiin biratti kadhata keessan beessifadhaa'a malee, waan tokkoofillee hin dhiphatinaa'a.


Ogumma'aa fi Ayyaana inni dubbatuun mormuu hin dandeenne.


Kanaafuu waan boruutiif hin yaaddayinaa'a; guyyaan boruu ufiifuu yaada isa gawu qabaa; rakkinni adhaa adhaaf hin gaya.


Sababaa kiyyaaf isinitti murteessu'uuf jedhanii, gara bulchootaa fi moototaa isin dhiyeessan, isaaniif worra Yihuudota hin taane afo'otti worra ragaa naa bayu taatan.


Ayyaanni Woyyuun hennama san waan dubbatuu qabdan isin barsiisa» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite