Wongeela Maatewos 10:18 - WAADAA LAMMATAA18 Sababaa kiyyaaf isinitti murteessu'uuf jedhanii, gara bulchootaa fi moototaa isin dhiyeessan, isaaniif worra Yihuudota hin taane afo'otti worra ragaa naa bayu taatan. Gade chapit laWaadaa Haarawa18 Waayee kiyyaan gara bulchitootaatii fi gara nugusotaa murti'iif waan fudhatamittaniif, isaanii fi ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne duranatti'llee, ragoota kiyya ni taatan, Gade chapit laKitaaba Woyyuu18 Sababaa kiyyaaf isinitti murteessu'uuf jedhanii gara bulchootaa fi moototaa isin dhiyeessan; isaaniif worra Yihuudota hin taane afo'otti worra ragaa naa bayu taatan. Gade chapit la |