Wongeela Maatewos 10:17 - WAADAA LAMMATAA17 Haata'uu ammoo, gara Gumi'ii dabarsanii isin kennan. Manniin sagada Yihuudotaa keessatti waan isin tumaniif, namoota irraa uf eegaa'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa17 Namoonni gara yaa'ii murtii dabarsanii isin ni kennan, bakka woligayii isaanii maratti'llee isin ni dhaanan, kanaaf namoota irraa ufi eeggadhaa. Gade chapit laKitaaba Woyyuu17 Namoonni ammo gara gumi'ii dabarsanii isin kennan; manniin sagada Yihuudotaa keessatti waan isin tumaniif namoota irraa uf eegaa'a. Gade chapit la |