Wongeela Maatewos 10:10 - WAADAA LAMMATAA10 Imala keessaniif korojoo yookiin shamisii lama yookiin kophee yookiin ulee hin qabatinaa'a. Hojjata'aaf nyaanni waan barbaachisuuf haa kennamuufii. Gade chapit laWaadaa Haarawa10 Hojjatoota'aaf nyaanni ka isaa malu waan ta'eef, karaa keessaniif qaraciitii kitta'aa fi kophee, ulee'llee, hin qabatinaa. Gade chapit laKitaaba Woyyuu10 Imala keessaniif korojoo yookaan shamisii lama, yookaan kophee yookaan ulee hin qabatinaa'a. Hojjata'aaf nyaanni waan barbaachisuuf haa kennamuufii. Gade chapit la |