Wongeela Maatewos 1:3 - WAADAA LAMMATAA3 Yihuudaan Timaariin irraa Faaresii fi Zaaraa uumate. Faarees Hesromiin uumate. Hesromillee Aaraamiin uumate. Gade chapit laWaadaa Haarawa3 Yihudaan Fareesii fi Zaaraa dubarttii Ti'imaar jedhamttu irraa, Faarees Heerooniin, Heesiroon'llee Aaraminiin ni uumate, Gade chapit laKitaaba Woyyuu3 Yihuudaan Timaariin irraa Faaresii fi Zaaraa uumate. Faarees Hesroomiin uumate. Hesroom Aaraamiin uumate. Gade chapit la |