Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 1:24 - WAADAA LAMMATAA

24 Yooseefillee hirribaa dammaqee, akkuma Maleekkaan Rabbii isa ajaje godhe. Qadhimamtuu ufiillee gara mana ufii fudhate.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

24 Yooseef'llee hirribaa yeroo dammaqetti, akkaataa maleyikkaan Goofta'aa isa ajajeen qaadhimaa isaa Maariyaamiin gara mana isaa ni fudhateen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

24 Yooseef hirribaa dammaqee, akkuma Maleekkaan Rabbii isa ajaje godhe. Qaadhimamtuu ufii gara mana ufii fudhate.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 1:24
18 Referans Kwoze  

Waan ani isin ajaje maraa uduu gootanii isin jaalalloota tiyya.


Wonti dubbatame sunillee, «Durbi duudaan hin ulfoofti; Ilmallee hin deetti; maqaan isaa, ‹Amaanu'eel› jedhamee waamama;» «Amaanu'eel» jechuun, «Rabbi nu woliin jira» jechu'u.


Haga isiin ilma hangafaa deettuutti inni isii bira hin geenne. Maqaa isaallee Yesuus jedheen.


Maleekkaan Goofta'aa ammoo halkanniin mana hidha'aa keessaa banee isaan baaseeti,


Maleekkaan Goofta'aa dhufee, mana keessatti ifti ife. Pheexroosiin kalee isaa tuqee dammassee, «Daddafii ka'i!» jedheen. Sansalaannillee harka Pheexroosii irraa bu'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite