Wongeela Maatewos 1:20 - WAADAA LAMMATAA20 Uduu inni kana yaada'aaru, Maleekkaan Goofta'aa eebju'uun itti mudhateeti akkana isaan jedhe, «Yooseef Ilma Daawitii, qaadhimamtuun tee Maariyaam Ayyaana Woyyu'uun waan ulfoofteef isii fuudhuu hin sodaatin. Gade chapit laWaadaa Haarawa20 Garuu waan kana yaada'aa uduu jiru, maleeyikkaan Goofta'aa eebjju'uun isatti mulidhatee akkana ni jedheen, «Fiixaa Daawiitii yaa Yooseef! Qaadhimaan kee Maariyaam ka ulfooftte Hafuura Qulqullu'uun waan ta'eef, isii gara mana keetii fudhachu'uuf hin sodaatin. Gade chapit laKitaaba Woyyuu20 Uduu inni kana yaada'aaru, Maleekkaan Goofta'aa eebju'uun itti mudhatee akkana jedheen, «Yooseef Ilma Daawitii! qaadhimamtuun tee Maariyaam Ayyaana Woyyu'uun waan ulfoofteef isii fuudhuu hin sodaatin. Gade chapit la |