Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 1:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Abrahaam Yisaaqiin uumate. Yisihaaq Yaaqoobiin uumate. Yaaqoobillee Yihuuda'aa fi obboleeyyan Yihuuda'aa uumate.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Abraahaam Yisihaaqiin, Yisihaaq Yaaqoobii, ni uumate, Yaaqoob Yihuda'aa fi obboleeyyan isaa ni uumate,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Abrahaam Yisaaqiin uumate. Yisaaq Yaaqoobiin uumate. Yaaqoob Yihuuda'aa fi obboleeyyan Yihuuda'aa uumate.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 1:2
27 Referans Kwoze  

Waadaa sirna gadoomaallee hin keenneef. Akkasuma Yisaaqiin uumatee guyyaa saddeetaffa'aatitti gadoomse. Yisaaqi Yaaqoobiin, Yaaqoobillee abboota gosa kudha lamaa uumate.


Gosa Yihuuda'aa keessaa kuma kudha lama, gosa Robeelii keessaa kuma kudha lama, gosa Gaadii keessaa kuma kudha lama, gosa Aseerii keessaa kuma kudha lama.


Ka abdii kenne amanamaa akka ta'etti waan laakkayeef, «Saaraan haga umuriin isi'iituu lufeen maayii fiixaa argatu'uuf amanta'aan hunna argate»


Gooftaan keenna gosa Yihuuda'aa keessaa akka dhalate beekkama'a. Muuseen waan gadumma'aa hennaa dubbatu, waan gosa kanaa womaa hin dubbanne.


Hiddi dhaloota Yesuus Kiristoosii fiixaa Abrahaamiitii fi fiixaa Daawitii kana.


Yihuudaan Timaariin irraa Faaresii fi Zaaraa uumate. Faarees Hesromiin uumate. Hesromillee Aaraamiin uumate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite